Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Federeeshinii jijjiirrama hojimaataa kan taasisu ta’uu beeksise

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii jijjiirrama hojimaataa kan taasisu ta’uu beeksise.
 
Af yaa’iin mana marichaa obbo Adam Faaraah koree dhaabbii mana marichaa, itti gaafatamtootaa fi daayreektaroota waliin bakka itti aantuun af yaa’ii aadde Itsagannat Mangistuun argamanitti walbaraniiru.
 
Marii hojimaatarratti taasisaniinis jijjiirramni kan taasifamu ta’uu beeksisaniiru.
 
Raawwii hojii dameewwan hojii mana marichaa, kallattii gara fuula duraa fi itti fayyadama baajata bara 2012 irratti mari’atameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.