Fana: At a Speed of Life!

Manni maree federeeshinii sirna qabinsa ragaa ammayyeessuu irratti marii’ate

Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Manni maree federeeshinii sirna qabinsa ragaa ammayyeessuu irratti marii’ate.

Manni Maree Federeeshinii sirna qabinsa raga ammayyeessuu irratti Federeshinii Fooram Of waliin marii gaggeesseera.

Manni Maree Federeeshinii sirna qabinsa raga ammayyeessuu irratti Federeshinii Fooram Of waliin ta’uun marii jalqabaa gaggeesseera.

Sirni ragichaa hanqina ragaa kanaan dura ture kan guutuu fi itti faayadamni isaa salphaa fi nageenyi isaa balaaf kan hin saaxilamne ta’uu ibsameera.

Hojii dirriirsaa muuxannoo kan qabu ministeera maallaqaa waliin qindoominaan hojjechuu fedhii akka qaban ibsameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.