Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Finfinnee muudamoota garagaraa ragga’e

Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) – Manni Maree Finfinnee muudamoota garagaraa ragga’e.
 
Manni Maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee yaa’ii 8ffaa bara hojii 1ffaa Itti Aantuu Kantiiba Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanacha Abeebee dhiyaatan mudamoonni garagaraa ragga’eera.
 
Bu’uuruma kanaan;-
 
1ffaa. Obbo Xiraatuu Bayyanaa – Sadarkaa itti Aanaa Kantiibaatti hogganaa Biiroo Hoji Gaggeessa magaalaa
 
2ffaa. Dooktar Maskaram Falaqaa – Hooggantuu Biiroo Bulchiinsa Misooma Manneenii
 
3ffaa. Injiinar Ayaalnash Haylamaariyam – Hoogantuu Biiroo Konistirakshinii
 
4ffaa. Dooktar Maskaram Mitikuu – Komishinara Komishinii Karooraa
 
5ffaa. Dooktar Milkeessaa Jaagamaa – Hoogganaa Biiroo Bulchiinsa Misooma Lafaa
 
6ffaa. Obbo Tafarraa Mollaa – Hoogganaa Biiroo Hojjetaa fi Hawaasummaa
 
7ffaa. Dooktar Muluqaan Habtee- Hooganaa Biiroo Indaastirii
 
8ffaa. Obbo Mulugeetaa Tafarraa – Hoogganaa Biiroo Galiiwwanii ta’uun muudamaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.