Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Loojastiiksii Biyyoolessaa hundaa’e

Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Manni Maree Loojastiiksii Biyyoolessaa hundaa’e.

Manni marichaa rakkoo loojastiiksii bifa waaraa fi sirna qabeessa ta’een furuu dandeessisa jedhameera.

Dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa damichaan ga’ee olaanaa qaban kan hammatedha.

Hojiilee fi kallattii gara fuula duraarratti iftoomina uumuuf har’a waltajjiin qophaa’era.

Waltajjicharratti ministira Ministeera Geejibaa FDRI aadde Daagmaawiit Moogas dabalatee bakka buutonni mootummaa fi dhuunfaa hirmaataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.