Fana: At a Speed of Life!

Manni maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idileesaa 2ffaa bara hojii 8ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Manni maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idileesaa 2ffaa bara hojii 8ffaa gaggeessaa jira.
AMN akka gabaasetti, manni maree Finfinnee yaa’ichaan gabaasa raawwii baatii jahaa bara 2013 bulchiinsa magaalaa Finfinnee irratti ni mari’ata.
Dabalataan, gabaasa raawwii hojii baatiiwwan jahaa bara 2013 manneen murtii bulchiinsa magaalichaa kan gamaagamamu yoo tahu, muudni garagaraa akka ragga’us ni eegama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.