Fana: At a Speed of Life!

Manni maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idileesaa 2ffaa bara hojii waggaa 8ffaa guyyaa boruu ni gaggeessa

Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Manni maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idileesaa 2ffaa bara hojii  8ffaa guyyaa boruu ni gaggeessa.
Mana marichaatti daayrektarri daayrektoreetii pireesii fi qunnamtii ummaataa obbo Addis Alam Yaa’ichaan gabaasa raawwii baatii jahaa bara 2013 bulchiinsa magaalaa Finfinnee irratti ni mari’atama jedhaniiru.
Dabalataan, gabaasa raawwii hojii baatiiwwan jaha bara 2013 manneen murtii bulchiinsa magaalichaa kan gamaagamamu yoo tahu, muudni garagaraa akka ragga’us ni eegama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.