Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Sidaamaa muudama kaabinoota haaraa mirkanneesse

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidamaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeesseen muudama kaabinootaa mirkaneesseera.
Haaluma kanaan:-
1. Obbo Bayyanaa Baraasaa Itti aanaa Preezdaantii fi hogganaa Biiroo Barnootaa,
2. Obbo Masfin Qaaree Hogganaa Biiroo Misooma Qonnaa fi Qabeenya uumamaa,
3. Dooktar Salamaawiit Mangashaa Hoggantuu Biiroo Eeeggumsa Fayyaa,
4. Obbo Araarsoo Garramoo Hogganaa Biiroo Faayinaansii,
5. Obbo Maatoo Maaruu Abbaa Alangaa Waliigalaa,
6. Obbo Hayiluu Gudaraa hogganaa Abbaa Taayitaa Galiiwwanii,
7. Obbo Birihaanuu Laataamoo hogganaa Biiroo Misooma Daandii fi Geejjibaa,
8. Obbo Ashaagiree Jambaruu hogganaa Biiroo Daldalaa fi Indaastirii,
9. Obbo Fissahaa Fichaalaa hogganaa Biiroo Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii,
10. Obbo Wubisheet Tsaggaayee hoggaanaa Biiroo Bishaan, Albuudaa fi Inarjii,
11. Obbo Jagoo Aganyahu hogganaa Biiroo Aadaa, Tuurizimii fi Ispoortii,
12. Aadde Hagaratsiyoon Abbabaa hoggantuu Biiroo Misooma Interpiraayizii fi carraa hojii,
13. Gargaaraa Proofeesaraa Fiqaaquu Phaawuloos hogganaa Biiroo Paablik Sarvisii fi Qabeenya Humna Namaa,
14. Aadde Ma’aazaa Mangiftuu hoggantuu Biiroo Pilaanii fi Misoomaa,
15. Obbo Takluu Jaambaa hogganaa Biiroo Qabeenyaa Misoomaa Beelladaa,
16. Obbo Alamaayyoohu Xiimooxiyoos hogganaa Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa taasisuun muudeera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.