Fana: At a Speed of Life!

Manni maricha walga’ii addaa boruu bakka Dooktar Abiy Ahimad argamanitti ni gaggeessa

Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Mannii Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii addaa waggaa 6ffaa bara hojii 2ffaa boruu bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti ni gaggeessa.
Dooktar Abiy Ahimad, haala yeroo biyyatti ilaalchisuun gaaffalee fi yaada miseensoota mana marichaarraa ka’aniif deebii ni laatun eegama.
Akkasumas manni maricha qaboo yaa’ii bara hojii waggaa 6ffaa walga’ii idilee 4ffaa qorachuu akka raggasisuu ajandaa guyyichaa ta’u ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarra arganne ni muul’dhisa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.