Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa bakka MM Dr Abiy argamanitti walga’ii addaasaa ni gaggeessa

Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa bakka muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti walga’ii addaasaa ni gaggeessa.
 
Manni marichaa Wiixata, Amajjii 25, 2012 walga’ii addaasaa ni gaggeessa.
 
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadis gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRIrraa ka’aniif deebii ni laatu jedhameet eegama.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.