Fana: At a Speed of Life!

Manni Marichaa Fulbaana 30 hanga Onkololeessa 1, 2015tti Yaa’ii Idilee ni gaggeessan

Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Fulbaana 30 hanga Onkololeessaa 1, 2015tti Yaa’ii Idilee 1ffaa waggaa 2ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa ni gaggeessan jedhame.

Manni Marichaa yaa’ii gaggeessuu kanaan ajandaawwan garaagarraatti mari’achuun kan raggaasiisu ta’uu Daayrektarri Kominikeeshinii fi Hariiroo Ummataa Obbo Tarrafee Badhaadhaa himaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.