Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa muudama miseensaa boordii tajaajila oduu Ityoophiyaa raggasise

Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata walga’ii idilee har’a gaggeessen muudama miseensaa boordii tajaajila oduu Ityoophiyaa raggasiseera.
Bu’uruma kanaan:-
1. Dooktar Abrahim Balaay- walitti qaba
2. Dooktar Biqilaa Hurrisaa- miseensa
3. Obbo Xaahir Mahaammad- miseensa
4. Gargaraa proofeesaraa Maakuriyaa Maakaashaa- miseensa
5. Aadde Sahaarallaa Abdulaahii- miseensa
6. Obbo Abannaat Zaarfuu- miseensaa
7. Obbo Saayifuu Darribee- barreessaa miseensa boordii tajaajila oduu Ityoophiyaa ta’uun muudamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.