Fana: At a Speed of Life!

Mariin dhimmoota biyyaalessaarratti xiyyeeffate eegalame

Finfinnee, Caamsaa 8, 2013 (FBC) – Mariin dhimmoota biyyaalessaa fi naannawwaarratti xiyyeeffate hoggantoota naannolee waliin guyyoota lamaaf gaggeeffamu eegalamuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy ibsan.
Hojiilee mootummaa baatiwwan sadan itti aanaan keessa raawwatamuu fi Karoora baasuurratti kan mari’atamu ta’uu Dooktar Abiy Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.