Fana: At a Speed of Life!

Masaaraan mootii qaroomina Maayaa qotamuun aragame

Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Masaraan mootii qaroomina Maayaa umurii wagaa kuma 1 ol qabu qotamuun aragame.

Aarki’oolojistoonni  Meeksikoo Masaraan mootii qaroomina Maayaa umurii wagaa kuma 1 ol qabu qotuun akka argatan beeksisaan.

Masarichi bara qaroomina Maayaa tajaajila kennaa akka ture ogeessoonni kunneen ibsaniiru.

dhaabbii meetra 6, dheerina meetra 55 fi bal’ina meetra 15 kan qabu masaraan kun magaalaa Kuluubaa ganda Bekutaan keessatti qotamuun kan argame.

Qaroominii Maayaa meeksikoo, Guutemaalaa, Beliiz, Honduraas fi naannichaa ka’uun naannoo Speen otuu hin to’atiin kufuun isaa himameera

Maddi:- BBC

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.