Fana: At a Speed of Life!

Mawulida sababeeffachuun naannawaan ayyaaneffannaa qulqulleeffame

Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Ayyaana Mawulida yeroo 1497ffaa ayyaaneffamu sababeeffachuun Eejensiin Qulqullinaa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Katamaa waliin ta’uun, naannawaa ayyaanichi ayyaaneffatamu sagantaan qulqulleessuu gaggeeffameera.

Sagantaa qulqulleessuu kanarratti abbootiin amantaa, ambaasaaddaroonni qulqullinaa, dargaggoonni tola ooltotaa, jiraatonnii fi kanneen biroon hirmaataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.