Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen garaagaraa masaraa mootummaatii badan biiroo obbo Takilabiraan Ambaayee keessatti to’ataman

Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Meeshaaleen garaagaraa masaraa mootummaatii badan biiroo obbo Takilabiraan Ambaayee Gamoo Eednaamoolrratti argamu keessatti to’atamuu ibsame.

Sakattoo taasifameen biiricha keessatti meeshaalee ambaalee garaagaraa, raadiyoowwan quunnamsiistuu fi meeshaaleen waraanaa to’atamuu ibsameera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa

argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.