Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 183 olitti tilmaamamu to’atame

Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 183 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.

Hordoffii fi to’annoo Amajjii 12 -18 ,2015 taasifameen meeshaaleen seeraan alaa gara alaatti ba’uuf ture Birrii miiliyoona 144.9 fi kan alaa galuuf ture Birrii miiliyoona 38.2 baasu to’atamuu komishinichi ibseera.

Uffataaleen, albuudoonni, Boba’aan,Horiin dhaabbii, meeshaaleen elektirooniksii, Bunni, qorichaaleen, Konkolattootaan, meeshaaleen faayaa, waraanaa, baalli sammuu Adochuu , Zayitni nyaataa fi maallaqoonni biyyoota garaagaraa hedduun to’atamuu ragaan Komishinii Gumrukaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.