Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 50 olitti tilmaamaman to’ataman

Finfinnee, Amajjii 25, (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 50 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.

Meeshaaleen karaa seeraan alaa gara biyya keessaa galuuf turan Birrii miiliyoona 45 baasaan Damee Gumrukaa Awaashaatti to’atamuu komishinichi ibseera.

Meeshaaleen Birrii miiliyoona 5.2tti tilmaamaman Damee Gumrukaa Jigjigaatti to’amuu himeera.

Meeshaaleen tajaajila yaala Fayyaa, Horiin Dhaabbii fi sibiilli Feerroo kanneen to’ataman keessaa isaan adda duree ta’uu ibsamuu ragaan komishinicharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.