Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen seeraan alaa Birrii miiliyoona 50tti tilmaamamu too’atame

Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Torbee darbe keessa meeshaaleen Kontiroobaandaa seeraan alaa Birrii miiliyoona 50tti tilmaamamu too’atamuu ibsameera.
Meeshaaleen seeraan ala gara biyya keessaa galuu fi alatti ba’uuf turan Birrii miiliyoona 50 fi kuma dhibba 4 fi kuma 88 oltti tilmaamaman too’atamuu ragaan Ministeera Galiiwwaniirraa argame ni muul’isa.
Konkolaattoonni meeshaalee kanneen daddabarsaa turan 42 to’annoo jala ooluus himameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.