Fana: At a Speed of Life!

Ministeera Fayyaaf deeggarsi maashinii hargansuu nam-tolchee Birrii miiliyoona 30tti tilmaamamu kenname

Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Ministeera Fayyaaf vaayrasii koroonaa ittisuu fi dhaabbilee barbadaa’an deebisanii dhaabuuf kan oolu deeggarsi maashinii hargansuu nam-tolchee 100 Birrii miiliyoona 30tti tilmaamamu kenname.

Deeggarsicha bakka bu’aan dhaabbata Moodern ETH Awutsoors obbo Taadiyoos Tafarraa Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaatti dabarsanii kennuu ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.