Fana: At a Speed of Life!

Ministeera Fayyaaf deeggarsi qorichoota Birrii miiliyoona 1.7 baasuu taasifame

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC)-Dhaabbanni deeggarsa idil addunyaa Ameerikaa Ministeera Fayyaaf deeggarsa qorichoota Birrii miiliyoona 1.7 baasuu taasiseera.

Ministir Deettaan Ministeera Fayyaa aadde Sahirallaa Abdullaayii qorichoota kanneen fuudhaniiru.

Deeggarsi taasifamees fayyaa hawaasa foyyeessuu hojiiwwan hojjetamaaniif shoora olaanaa qaba jedhaniiru.

Deeggarsa taasifameefis maqaa ministeerichaan galateeffaachuu ragaan Ministeera Fayyaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.