Fana: At a Speed of Life!

Ministeerichi dhaabbilee Fayyaa Tigraayitti argamaniif meeshaalee yaalaa tumsa taasise

Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Ministeerri Fayyaa dhaabbilee Fayyaa Tigraayitti argaman tajaajila eegalchiisuuf meeshaalee yaalaa fi qorichaalee tumsa taasiseera.

Ministeerichi meeshaalee Yaalaa Hospitaaloota magaalaa Finfinnee fi sadarkaa Federaalaatti argamirraa walitti qabe har’a naannichaaf laateera.

Dhaabbileen fayyaa naannichaa sababa waraanaan miidhamuu hordofee deeggarsi taasiifamu cimee itti fufuu akka qabu Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Ayyalaa Tashoomaan waamicha dhiyeessaniiru.

Barnaabaas Tasfaayetu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.