Fana: At a Speed of Life!

Ministeerichi dhaabbilee waamamtootaa waliin raawwii hojii bara darbee fi karoora bara 2015 irratti mari’achaa jira

Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Ministeerri Qonnaa dhaabbilee waamamtootaa waliin raawwii hojii bara darbee fi karoora bara 2015 irratti mari’achaa jira.
Dhaabbilee 9 gabaasni raawwii hojii isaanii bara darbee fi karoora bara hojii 2015 dhiyaachuun irratti mari’atamaa jira jedhame.
Gabaasni raawwii hojii bara darbee fi karoorri hojii bara dhufuu kun erga dhiyaatee booda bakka Ministirri Ministeera Qonna Obbo Umar Huseen argamanitti marii bal’aan ni taasiifamaan eegama.
Tsaggaayee Wandasantu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.