Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Dhimma Alaa hojjetoota dhaabbatichaaf giddugala bakka turtii daa’immanii ijaarsise eebbisiise

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) –Ministeerri Dhimma Alaa hojjetoota dhaabbatichaaf giddugala bakka turtii daa’immanii ijaarsise eebbisiise.
Giddugalichi baasii Birrii miiliyoona 1.4n kan ijaarame yoo ta’u, daa’immaan baatii 6 hanga waggaa 4 gidduutti kan argaman tursuuf kan hojjetamedha.
Gidugalicha Ministirri Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggootaa aadde Filsaan Abdulaahii fi Deettaa Ministira Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtuukaan Ayyaanoo ebbisiisuun tajaajilaaf bahaa taasisaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.