Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Fayyaa meeshaalee fi qoricha Birrii miiliyoona 100 olitti tilmaamamu naannoo Beenishaanguul Gumuziif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamtootaa meeshaalee fi qorichaalee Birrii miiliyoona dhibba 1 olitti tilmaamamu naannoo Beenishaanguul Gumuziif deeggarsa taasiisaniiru.

Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaan deeggarsichi itti aanaa Preezdaantii naannichaa obbo Geetahuun Abdiisaaf laataniiru.

Deeggarsi taasiifame sababa rakkoon nageenyaan hanqina dhiyeessii qorichaa fi meeshaalee yaalaa naannichaa muudatu furuuf qooda olaanaa qabaachuu ragaan Ejansii Tajaajilaa fi dhiyeessa qorichaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.