Fana: At a Speed of Life!

Ministiroonni dhimma Alaa Somaaliyaa, Chaad, Kaameeruunii fi Kootdivaayer Finfinne galan

Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Ministiroonni dhimma Alaa Somaaliyaa, Chaad, Kaameeruunii fi Kootdivaayer walga’ii mana Maree hojii raawwachiiftootaa Gamtaa Afrikaa 40ffaarratti hirmaachuuf Finfinne galaniiru.

Ministirri Alaa fi Ministirri tumsa idil addunyaa Somaaliyaa Abdiisa’iid Muusee Alii, Ministirri Alaa Chaad Mahaammaat Zeenii Cheeriif, kan Kaameeruun Leezhiin Beelaa Beelaa fi kan Kootdivaaye Kaandiyaa Kaamiiskoo Kaamaaraan galgala Kana Finfinnee galaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.