Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa Godina Guraageetti kan argamu oomisha Silkaan daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) – Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa Godina Guraageetti kan argamu oomisha Silkaan daawwatan.

Oomishichi Seeraamikiif, dhaabbata birciqqoof, hojiiwwan beeksisaa fi hojiiwaan garagaraf kan tajaajilu ta’uu beekkameera.

Injiinar Taakkalaa Uumaa daawwanicha ilaalchisuun “ maallaqa callaa erginee meeshaa dhumaa yeroon itti fudhannu kan dhaabbatu fagoo miti” jedhaniiru.

Maallaqa qabnu fayyadamnee biyya keessatti gabaaf dhiyeessuun sharafa alaa argamsiisuf ammoo ni xiyyeeffanna jedhaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.