Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin ergaa baga guyyaa yaadannoo injifannoo Adawaa 125ffaa geessanii dabarsa

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin ergaa baga guyyaa yaadannoo injifannoo Adawaa 125ffaa geessanii dabarsaniiru.
Obbo Dammaqaa Mokonnin injifannoon Adwaa injifannoo seenaa dhaloonni Ityoophiyaa tokkummaan galmeessadhaa jedhaniiru.
Ayyaanicha bara kana wayita kabajamu dhaloonni ammaa kun seenaa isaa akka beekuuf kan gargaaru ta’uu eeraniiru.
Injifannoon Adwaa Ityoophiyaan waloon seenaa hojjechuu akka danda’an kan ibsudha jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.