Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shidee hooganaa damee tumsaa Gamtaa Awurooppaa waliin marii’atan

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) – Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shidee haala waqtaawaa naannoo Tigiraayirratti hooganaa damee tumsaa Gamtaa Awurooppaa Eeraak Habar waliin marii’ataniiru.
Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shidee naannoo Tigiraayitti gaggeeffamaa kan jiru hojiiwwan deebisanii dhaabuu fi deeggarsa namoomaa irratti Eeraak Habarif ibsaniiru.
Dhimmoota hariiroo Ityoophiyaa fi gamtaa Awurooppaa cimsuu danda’anirrattis marii’achuu ragaan ministeera maallaqaa irraa arganne ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.