Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Walta’iinsaa fi Immigreeshiini Diyaaspooraa Israa’eel Taamaanoo Shiitaa Finfinnee galan

Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Walta’iinsaa fi Immigreeshiini Diyaaspooraa Israa’eel Taamaanoo Shiitaa Finfinnee galaniiru.

Wayita Buufata Xiyyaaraa Boolee idil addunyaa ga’anis ministir deettaan Minsteera Dhimma Alaa aadde Tsiyoon Takluun simannaa taasisanifiru.

Ministirittiin daawwannaa guyyoota lamaaf gara Ityoophiyaa akka dhufan ragaan Ministeera Dhimmaa Alaarra arganne ni muul’dhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.