Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni Caffee Oromiyaa proojaktii Shaggar miidhagsuu daawwatan

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Miseensonni Caffee Oromiyaa proojaktii Shaggar miidhagsuu daawwatan.

Miseensonni Caffee hojiilee misoomaa masaraa mootummaa fi proojaktii Shaggar miidhagsuu daawwataniiru.

Daawwicharratti afyaa’ii Caffee Oromiyaa addee Loomii Badhoo, hoggantuu Waajjira Muummee Ministiraa aadde Dammituu Hambisaa dabalatee, miseensonni Caffichaa proojaktoota misoomaa kanneen daawwataniiru.

Hambaalee hawwata tuuriizimiif oolchun, guddina diinagdee biyyaatif murteessaa ta’uun daawwichaan ibnsameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.