Fana: At a Speed of Life!

Miseensoonni mana maree magaalaa Finfinnee proojektii Meeggaa ijaarsarra jiru daawwataan

Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Miseensoonni mana maree magaalaa Finfinnee proojektii Meeggaa magaalichaatti ijaarsarra jiru daawwataaniiru.

Af Yaa’iin mana maree magaalichaa aadde Zarfashuwaal Niguusee, koreen dhaabbii mana mareechaa fi miseensoota waliin ta’uun haala proojektii Adwaa zeeroo zeeroon irraa jiru daawwataniiru.

Proojektiin Meeggaa bifaa seenaa ibsuun yeroo qabameef keessaatti ijaarramaa jiraachuu ibsameera.

Maddi:-Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalaa Finfinnee

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.