Fana: At a Speed of Life!

Miseensoota Raayyaa Ittisaa Biyyaa 64f Gulantaan kabajaa laatame

Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Daayrektooreetii olaanaan Indooktirineeshinii Raayyaa Ittissa Biyyaa birgaadeer jeneraal Mahammad Tasammaan miseensoota Raayyaa Ittisaa Biyyaa 64fi gulantaa kabajaa laataniiru.

Bakka maatiin badhaafamtootaa fi hoggattoonni olaanoon Raayyaa Ittisa Biyyaa argamanitti miseensota kanneeniif guddinni sadakaa kun laatameera.

Badhaasa gulantaa kabajaa kana kan laatan Raayyaa Ittisaa Biyyaatti qindeessaa olaanaan damee ijaarsa Raayyaa Ittisaa Leetanaal Jeneraal Baacaa Dabalee miseensoota gulantaa argatan galteeffachuun garafuula durattis hojii isaanii seeraan ba’aachuu akka qaban dhaamniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.