Fana: At a Speed of Life!

Miseensota ABO shaneerratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Aanaalee godina Qellam Wallaggaatti Olaantummaa seeraa kabachiisuu fi duula hojii nageenya mirkaneessuuf gaggeeffamee miseensota ABO Shanee 5 irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsameera.
5 immoo madaa’nii to’annaa Seeraa jala ooluu Qajeelchi Poolisii Godina Qellam Wallaggaa ibsee jira.
Oduu wal fakkaatuun Birriin kumni dhibbi 1 fi kumni 22 fi 950 miseensa ABO Shanee jaal Yaaddeessaa jedhamuuf karaa Baankiin ergamuuf wayita socho’aa ture Shakkamaa waliin to’annaa seeraa jala oluusaa Poolisiin Godina Qellam Wallaggaa beeksiseera.
Godinichatti sochii farreen nageenyaa dhabamsiisuuf miseensotni Poolisii Oromiyaa katannoo cimaan hojjachaa jiraachuu ragaan Komishinii Poolisii Oromiyaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan OromooHttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.