Fana: At a Speed of Life!

Misirroowwan barii cidha isaanii filannoo marsaa 6ffaa filatan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa aanaa Qaalluutti Misirroowwan kaleessa cidha isaanii raawwatan filannoo marsaa 6ffaa filataniiru.
Dargaggoo Muhaaddiin Yesuufii fi Durbee Samiiraa Indiriis aanaa Qaalluu naannoo filannoo 1 buufata filannoo mana barumsaa Laandi Maarki jedhamutti argamuun sagalee laataniiru.
Sintaayyoohu Mahammadiitu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.