Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad garee gorsitoota isaanii waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 23, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad garee gorsitoota Muummee Ministiraa waliin mari’atan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gorsitoota Muummee Ministiraa waliin mari’achuu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibsaniiru.

Dhimmoota garaagaraarratti galteewwaniifi hojii yaadota hojiirra oolmaa maddisiisuu akka hojjetaniif kallattii kaa’uu eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.