Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Hospitaala Waliigalaa Adamaatti argamuun Doorktara Kabajaa Artiist Alii Birraa gaafatan

Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, obbo Shimallis Abdiisaa Hospitaala Waliigalaa Adaamaatti argamuun Doorktara kabajaa Artiist Alii Birraa gaafataniiru.

Daawwannicharratti Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoos argamuu OBN gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.