Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Ityoophiyaan lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadaniif deeggarsi akka qaqqabuuf kutannoo qabaachuu mirkaneessan

Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad lammiilee sababa namtolchee fi uumamaan miidhamanii deeggarsa namoomaa barbaadaniif deeggarsi akka qaqqabuuf Ityoophiyaan kutannoo qabaachuu mirkaneessaniiru.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Yaa’ii  Gamtaa Afrikaa 15ffaa Ikuwaatooriyaal Giinii magaalaa Maalaabootti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiru.

Deeggartoonni hanga deeggarsa namoomaa guutuu ardichaatti taasisan guddisuu akka qaban yaa’ichaan gaafataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.