Fana: At a Speed of Life!

MM Dooktar Abiy koree Olompikii Tookyoo waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad koree biyyooleessaa qophii Olompikii Tookyoo qindeessuuf hundaa’e waliin mari’atan.

Koreen kun qophii Olompikii Jaappaan Tookyoo bara Faranjootaa 2020 taasiifamaa jiru ilaalchisee Dooktar Abiyiif ibsa laatee jira.

Kaayyoon qophii kanaas Atleetoota Ityoophiyaa dorgommiif erguu qofa osoo hin taane, moo’annaan akka deebi’aniif deeggarsa taasiisuuf ta’uu beeksiseera.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.