Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Ahimad hoggansa raayyaa ittisaa waliin hojiilee misoomaa Finfinnee daawwatan

Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI waliin hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan.

Daawwii misoomaa kanarratti muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, eetaamaajoora Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad, itti aanaa eetaamaajooraa Birihaanuu Julaa dabalatee hoggansi raayyaa ittisa biyyaa biroon argamaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.