Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy bakka buutota ummataa aanaalee naannoo Kibbaa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka buutota ummataa aanaalee naannoo Kibbaa waliin mari’ataniiru.
 
Waltajjicharratti bakka buutonni ummataa, jaarsoliin, abbootiin amantaa, hayyoonnii fi dargaggoonni hirmaataniiru.
 Walitti bu’iinsa naannichatti muul’atuu fi gaaffilee ka’aa jiran waaraan furuudhafi mari’ataniiru.
 
Gaaffiin bulchiinsaa, bu’uuraalee misoomaa fi carraa hojii uumuu dhiyaataniiru.
 
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadis gafafilee fi yaadolii mari’attootarraa ka’aniif deebii fi ibsa laataniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.