Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy jila Hooseep Booral Foontilasiin duurfamu waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad jila Hooseep Booral Foontilasiin duurfamu waliin mari’atan.
 
Dooktar Abiy miseensota kaabinee isaanii waliin Gamtaa Awrooppaatti bakka bu’aa olaanaa/itti aanaa preezdaantii gorsaa dhimma alaa fi imaammata nageenyaa Hooseep Booral Foontilasiin waliin mari’ataniiru.
 
Turmaata isaanitiin dhimmoota hariiroo lamee fi naannoorratti mari’ataniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.