Fana: At a Speed of Life!

MM Dr. Abiy Tarkaanfiiwwan ittisa COVID-19 akka biyyaatti dursinee jalqabne jedhan

Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Tarkaanfiiwwan ittisa COVID-19 akka biyyaatti dursinee jalqabne jedhan.

 

Tattaaffiin keenya waloo milkaa’aa ture.

 

Dursinee jalqabuun keenya waan nuffisiisuu fide fakkaata.

 

Haata’uti, torbeewwan lamaan darbanitti vaayrasichi haala olaanaadhaan tamsa’uunsaa dagachuu akka dhabamsiifnu nuhbachiisaa jira.

 

Harka keenya sirriitti haadhiqannu. Yeroo hundaa gargarfageenya qaamaa haa eegnu jechuun karaa toora fuula feesbukii isaaniin ibsaniiru.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.