Fana: At a Speed of Life!

MM FDRI Abiy Ahimad koree seera kabachisuu COVID -19 waliin mari’atan

Finfinnee Bitootessa 28, 2012(FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad koree seera kabachisuu COVID -19 waliin mari’atan.
 
Har’a waaree booda Koree Xiqqaa Seera Kabachiisuu fi Nageenyaa waliin haala qophii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamaa jiru ilaalchisee gamaaggama taasisaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, Raayyaan Ittisaa Biyyaa miidhaa weerarri vaayrasiin Koroonaa lammiilee biyyaarran ga’u danda’u xiqqeessuuf qophii barbaachisu taasisuu isaa Fuula Feesbuukii isaanii ibsaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.