Fana: At a Speed of Life!

MM FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Baankii addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad haala miidhaa diinagdee dhibeen #COVID-19n qaqqabsiisuu danda’u qolachuun danda’amurratti Preezdaantii Baankii addunyaa Deeviid Maalpaas waliin mari’achuu isaanii ibsaniiru.
 
Marii isaaniin haala kaffaltii liqii tursiisuun danda’amuu fi deeggarsa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu ilaalchisee maria’chuu isaanii Fuula Feesbuukiii isaaniin ifoomsaniiru.
 
Tarkaanfiiwwan gaaga’ama diinagdee rakkoo kanaan booda ga’uu danda’u ittisuuf fudhatamuu qaban irrattis dubbachuu isaanii eeraniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.