Fana: At a Speed of Life!

MM FDRI Dooktar Abiy ergamaa addaa preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergamaa addaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Niihaal Deeng waliin mari’atan.
 
Dhimmoota waloo biyyoota lamaaniirratti mari’ataniiru.
 
Keessattuu dhimmoota diinagdee, misoomaa fi nageenyaarratti xiyyeeffachuun marii taasisaniiru.
 
Akkasumsa walitti hidhamiinsa hariiroo naannichaarratti marii gaggeessuu isaanii ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.