Fana: At a Speed of Life!

Moggaasni Akkadaamii Hoggansa Mallas Zeenawwii gara giddugala beekumsa hoggansa Afrikaatti jijjiirrame

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)-Manni Maree Ministeeroota moggaasa Akkadaamii Hoggansa Mallas Zeenawwii gara giddugala beekumsa hoggansa Afrikaa jedhuun akka mogga’uuf har’a raggasiseera.

Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, Manni Maree Ministeeroota moggaasa Akkadaamii Hoggansa Mallas Zeenawwii gara giddugala beekumsa hoggansa Afrikaa jedhun akka mogga’uuf har’a raggasisuu ibsaniiru.

Akkaadaamichi jijjiirraa maqaa waliin hayyoota gaaffiiwwan hooggantummaa jaarraa 21ffaa deebisuuf humna qaban horachuufi dhaabbata barnootaa yaadama guddinaa calaqqisu ta’uuf kaayyeffateera edhan.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.