Fana: At a Speed of Life!

Mohaammed Huseen Roobeel Muummee Ministiraa Soomaaliyaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaamad Abdullahii Faarmaajoon,Mohaammad Huseen Roobeel Muummee Ministiraa Soomaaliyaa taasisuun muudan.
 
Huseen Roobeel tattaaffi ijaarsa mootummaa fi karoora biyyaleessaa milkeessuuf muuxxannoon qabaniin filatamuu isaaniin ibsameera.
 
Roobeel paarlaamaan sagalee yoo argatan bakka hhuseen Alii bakka bu’u jedhame.
 
Miisteer Roobeel siyaasa Soomaaliyaa keesatti boqonnaa haaraa ni banu jedhamee eeggama.
 
Mootummaa ga’umsa qabu ariitiin hundeessuu, fi haala nageenyaa cimsuu,raayyaa ittisa biyya irra deebiin akka ijaaranii fi bu’uraalee misoomaa biyyattii babal’isuuf tattaaffii olaanaa akka taasisan imaanaan itti laatameera.
Maddi:-BBC
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.