Fana: At a Speed of Life!

Moorokoo 0 – 0 Kirooshiyaa

Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa 22ffaan Moorokoo fi Kirooshiyaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame.

Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa hanga ammaatti taphameen biyyoonni Afrikaa bakka bu’an 3 kan taphatan yoo ta’uu, Tuuniziyaa fi Moorokoon goolii hin galchines hin keessummeenis.

Seeneegaal ammoo injifatamteerti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.