Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Chaayinaa Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 10 deeggarsa taasise

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Mootummaan Chaayinaa Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa Siinoofaarm doozii miiliyoona 10 deeggarsa taasisuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan, ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin mootummaan Chaayinaa talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 10 Ityoophiyaaf deeggarsa taasisuu eeraniiru.

Deeggarsicha kan taasisan giiftii Duree Proofeesar Peeng Liyuuniif dinqisiifannaa qaban ibsuun, deeggarsa maqaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon taasifameef galateeffataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.