Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Ityoophiyaa Hindiitti riqiichi jiguun lubbuu namootaa darbeef gaddi tti dhagahamuu ibse

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa guyyaa kaleesaa Hindi Bulchiinsa Gujaraatitti riqiichi jiguun lubbuu namootaa darbeef gadda itti dhagahame ibseera.

Guyyaa kaleesaa Hindiitti riqichi jiguun lubbuun namootaa darbuu fi miidhaa cimaan qaqqabuun ibsameera.

Mootummaa Hindii fi ummata biyyattiif jajjabina hawwuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argame ni mul’isa.

Namoonni balaa kanaan miidhamanis saffisaan akka dandamatan abdii qabu ibseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.